Magaan Harar ar'an tana dirree waraanaa taate oolte!
- theoromiadailypost

- Jul 10, 2014
- 1 min read
Magaan Harar ar'an tana dirree waraanaataate oolte!!Lafeen wareegamtoota Murti-Guuto AfranQalloo kanneen mootummaa Dargi fiwayyaanen ajjeeffamani fi gatamani kaampiwaraana wayyaane keessatti akkumacancalaan harkaa fi milli hidhametti bollakaambiti awwaalaman magaalaa Hararbulchinsa araddaa haakim kaambi waraanawayyaane kan ture keessatti argamera.a sababa kambin investeraf kennameengireedaraan lafa otuu qotaa jirani reefkijiidhan kan waggaa lamaafi sadi duraajjeeffame fi lafeen namaa baayyinaanargame.Oromoon harar, Murti- Guutoon akkumajirutti bahee iyyansaan dachifi samigargalchuudhaan ilmaan oromoo kanneenmurti guutani falmatan kan mootummaaHabashaan ukkaamfamani achi buuten saanihin beekkamne kuno haqni saani iyyee!! "wayyaa Afran Qalloo!! way yaa Murti-Guuto..."jechuun waraana mootimichaa kan isaanittisuuf bahee wajjiin falmi guddaaadeemsisaa ooleraa.dhukaasni ummata irratti baname jira,karaan makinaa yeroo ammaatti waancufameef dirree dhawaa deemuun hindandayamu. Namootni dhukaasaan madaai
























Comments