Diizayinara Almaaz Damissee waggaa dheeraaf uffata Aadaa Oromoo dizaayin gochuudhaan Aadaan uffanna
- theoromiadailypost

- Jul 17, 2014
- 1 min read
Diizayinara Almaaz Damissee Magaalaa Adaamaa keessatti waggaa dheeraaf uffata Aadaa Oromoo dizaayin gochuudhaan Aadaan uffannaa Ummata keenyaa akka guddatuu fi Oromoo kan ta’e hunduu akka fayyadamaniif hanga lubbuun ishee Addunyaa kanarraa boqotutti dadhabe osoo hin jedhin hojii seenaan hin daganne hojjettetti,hara garuu Ogeetti Oromoo kana du’aan of-biraa dhabneerra ,Yeroo dheeraaf dhibeen dararamaa turtee Dilbata Waxabajii 08/2006 Addunyaa kana irraa du’aan boqotteettii .Maatii fi Ummata Oromoo ishee beekan hundaaf jajjabina hawwina. R.I.P























Comments