top of page

FILMII # AFAAN # OROMOO COMING SOON

  • Writer: theoromiadailypost
    theoromiadailypost
  • Oct 18, 2014
  • 1 min read

FILMII # AFAAN # OROMOO COMING SOON!! SHARE FI LIKE GODHAA FIROOTTAN FI HIRIYOOTTAN KEESSAN BEEKSIISAA!! ARTII FI FILMII SABA GUDDAA GAANFFA AFRIKAA HAA DAGAAGU JENNAA!! ISINIS # ORIGINAALA MALEE KOPII HIN BITATINAA CUBBU ISINITTI TA'AA!! ************************************* Fiilmiin AMAANAA kuni Yaadannoo baratoota Oromoo kana biyyaa keessati qabsoo bilisummaa Oromoo fuula duraa tarkaanfachiisuun mirga uummata Oromoo kabachiisuf lubbuu isaani dursaani keenanif Haa tahuu. Kunooti Fiilmii Amaanaa Qalbiin Daawwadhaa!! Eebbi Fiilmii kana handhuura magaalaa guddittii biyya Noorwee, Osloo tti ta’a. Fuul duraatif ammo biyyoota addunyya maraa akka agarsiifamuu tattaafi godhaa jirraa! Ammas yeroo gabaaba keessatti gama DVD/Video gabaa irra oolfamaa. Isiniis Artii saba keenyya akka dagaagu # Original malee copy hin bitatinaa cubbuu isinirra haa ta'uu!! # OROMIA ****************************** Bakka: Sofienberg menighet Guyyaa: Sadaasaa 22.2014. (sanbata diqqaa) Sa’aa: 13:30 irraa kaasee. - Agarsiisa uffata aadaa Oromoo. - Galgalaa aadaa fi Bashannanaa Odeeffannoof nuu bilbilaa. +4794423363 —


 
 
 

Comments


Featured Posts

bottom of page