top of page

Toltuu Tufaa, Porojeektii Afaanii fi Eennummaa Oromoo Addunyaatti Guddisuuf Jalqabde, ‘Afan Publicat

  • Writer: theoromiadailypost
    theoromiadailypost
  • Dec 30, 2014
  • 1 min read

Toltuun sun irratti garaa hammaatee achi irraa kaatee afaan Oromoo akkamitti sadarlkaa addunyaatti akka guddisuu dandeettu yaaddee hujiiti seente jedha warrii isii beeku. Hujii Afaan Oromootiin guddisut tanaan ‘Afan Publications’ jettee moggaafte,Toltuun. Afan Publications ykn ammoo Afaan Publications,porojeekti Afaan Oromoo, eennummaa Oromoo,qulqullinna barnoota Afaan Oromoo fi dandeettii Afaan Oromoo addunyaatti baasanii qarooma jabana kanaatiin wal barsiisuu.

Fedhiin Toltuu akka mana Oromoo,mana maatii Oromoo cufa keessaa kitaabii Oromoo jiraatu.Hujii tana ammoo kitaabaa fi meeshaa barnootaa Afaan Oromootiin barreeffaman 17 barreessitee Muddee 31,2014, Norweey,Oslootti eebbisiisuun jalqabde.

​Kitaaba barnoota afurii fi kitaaba suuraa kaasuu,tapha gara garaa tapchiisuun ijoollee afaan barsiisu kana USA fi Kanaadaalleetti eebbisiisuutti jirti.

Akka Toltuun jettettu fedhiin isii guddoon akka namii Oromoo cuftii ijoollee isaanii eennummaa isaanii biyyujma fedhanillee jiraatan barsiisaa guddifatan tolchuu.Toltuun Miilboorin,Awustiraaliyaatti dhalatte barumsa ‘Psychologytiin’ PhD barachuutti jirit.Hujuma tanaaf ammaaf barumsa dhaabee jetti yoo hedduu ijoollee didiqoo wa barsiifu fedhaa jetti,Toltuun.Yoo porojeektintun dhuamtte waan hin dhumanne," eennummaa Oromoo jabeessuuf hojjadha."Hujii Toltu hedduu

1CD787F4-1C13-4238-B902-E8D19BE28D87_w640_r1_s.jpg


 
 
 

Comments


Featured Posts

bottom of page