

BREAKING NEWS-- Fisahaa Birraasaa hikkame
BREAKING NEWS-- Fisahaa Birraasaa hikkame.Yaa Oromoo baga gammadan ! waggoota 22oliif manahidhaa wayyaannee keessatti hidhame dararamaa...


Good News: Ararso Abahumna ( Bayan Ahmed) one of the veteran OLF commanders have been released from
-----Oduu gammachuu: Qondaalota Waraana Bilisummaa Oromoo gameeeyyii keessaa tokko,Araarsoo Abbaa Humnaa ( Bayaan Ahmad) , hidhaa...


BREAKING NEWS-- Abbaa Mgaal hikkame
BREAKING NEWS-- Abbaa Mgaal hikkame.Yaa Oromoo baga gammadan ! Anii baayyeegammadeera waggoota 22oliif mana hidhaawayyaannee keessatti...


Artiin Oromoo guddisuu fi hojiilee isaanii ummatatti dhiyeessudhaan tattaaffiin taasisan mootummaa w
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) | Fulbaana 19, 2014 Artiin Oromoo guddisuu fi hojiilee isaanii ummatatti dhiyeessudhaan tattaaffiin...


Seenaa Gabaabaa Aadde Faaxumaa Galmoo
Seenaa Gabaabaa Aadde Faaxumaa Galmoo (Haadha Abdii) 1930-2014 Qabsoo ummanni Oromoo gabrummaa jalaa bahuuf godhaa jiru keessatti ...


Diizayinara Almaaz Damissee waggaa dheeraaf uffata Aadaa Oromoo dizaayin gochuudhaan Aadaan uffanna
Diizayinara Almaaz Damissee Magaalaa Adaamaa keessatti waggaa dheeraaf uffata Aadaa Oromoo dizaayin gochuudhaan Aadaan uffannaa Ummata ...


Oduu ajaayibaa!!!
Oduu ajaayibaa!!! magaalota gudguddoo Ameerikaa keessatti argaman keessaa tokko kan taatee fi "oromiyaa xiqqittii" jedhamtee kan...


Magaan Harar ar'an tana dirree waraanaa taate oolte!
Magaan Harar ar'an tana dirree waraanaataate oolte!!Lafeen wareegamtoota Murti-Guuto AfranQalloo kanneen mootummaa Dargi fiwayyaanen...


Barattooti Oromoo Yuuniversitii Dirree Dhawaa Gootummaan Wayyaanee Dura Dhaabbachuun Roorroo Dhagee
Barattooti Oromoo Yuuniversitii Dirree Dhawaa GootummaanWayyaanee Dura Dhaabbachuun Roorroo Dhageessifatanhttp://wp.me/p57oNK-3LiMuddee...






















